News Archives - Oromia Water and Energy Bureau Portal
  • info@oromiawater.org
  • 12/7, OWEB Portal | Utilities
#Bishaan- bu’uura jireenya lubbu qabeeyyii maraa!
By oweb

#Bishaan- bu’uura jireenya lubbu qabeeyyii maraa!

#BBIO-Fulbaana 1/bara 2017, Finfinnee)- Bishaan jireenya lubbu qabeeyyii maraaf bu’uura. Ilmi namaa wayita dhalatus ta’e wayita addunyaa kanarraa godaanu bishaan fayyadama. Wan

  • No Comments
  • September 12, 2024
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame
By oweb

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame

Guyyaa Har’aa Jilli itti gaafatamaa Siyaasaa paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa kabjamoo Dr. Biqilaa Hurrisaa fi Hoggantuu Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaan durfamu, Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee baajata Baankii Addunyaa fi Ba

  • No Comments
  • January 21, 2021